Joshua 20:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo namichi isa ijeese haalo baafachu fed'u kaani barbaada isaa d'ufe, worri dira suni harka isaati isa kennu himalle. Wonti akanatiifi inni danu nama suni ijeese, worri taka wolind'amne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi guma'aaf yoo reebuu dhufe waan inni goshoo ufii san beekka'aan hin ajjeefneef ka ajjeese san haa ajjeesu'uuf akka itti hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isa haluu bayiisaaf barbaadu sun yoo hordofe, nami nama ijjeese sun adoo hin beekin danu'uun waan ijjeeseef, worri qachaa sanii nama haluu isa bayiisaaf barbaadutti dabarsee kennuu hin qabu.