Joshua 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni dira suni keesa taa haga dubbi isaa jaaroleeni qortuti, ammalle haga qaallichi guddaani gaafasi huji harkaa qabu duuti. Eegi suni namichi dandae dirafi worra isaa ka qara keesa baqateti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga murti'iif gara bani'ii dhiyaatutti, haga gadichi hennaa san hujii irra jiru du'utti qachattima san keessa haa jiraatuu; achiin maayessa namni nama harka tare sun deebi'ee gara qacha'aa fi gara qe'ee ufii gala» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nama ijjeese sun mura'aaf kolbaa duratti haga dhikaatuu fi hayyichi guddaan bara sanii haga du'utti qachaa san keessa turuu ti. Achiin duuba gara qachaa keessaa baqatee deebi'ee mana ifiititti galuu ti› jedhi» jedhe.