Joshua 20:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani galaana Yordani ilaboruti, dira Kadeshi, ka Galilaya, lafa gaareeni ta Naftali keesa, ammalle Shekemu, lafa gaareeni ta Efraimu keesa, Hebronile, lafa gaareeni ta Yuda keesa fohatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf biyya gaaraa ka Niftaalemii Galiila'aa, Qaadesiin, biyya gaaraa ka Efreemiititti Seekemiin, biyya gaaraa ka Yihuuda'aa hulee Kebroon jedhamtu Qiriyaati'arbaaqiin gara gara baasan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Israa'elooti Qedeeshii Galiilaa keessaa, biyya koobittii Niftaalem keessaa, Sheekemii biyya koobittii Efreemii keessaa, kiriiyat-Arbaa ta amma Hebroon jedhantu ta biyya koobittii Yihuda'aa keessaa filane.