Joshua 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri jaani kuni dira Israeliini fohate, aka worraafi keessumani worraleeni iti baqatu. Nami nama danu ijeese dandae achiti nama ijeechaa isa barbaadu duraa baha; haga dubbi isa jaaroleeni qortuti isa inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga gaafa banii afo'otti dhiyaatuuf akka harka namicha dhiiga baafatuutitti hin duune ka uduu hin beekin nama ajjeese maruu garas haa dheessuu; ijoollee Israa'eliitii fi worra isaanitti gale maraafuu qachoonni namni itti baqatu kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Israa'eliitii fi orma odduu isaanii le'u maraaf qachaan akka itti baqatanuuf filame kana. Eennulle adoo hin beekin danu'uun nama yoo ijjeese, nama haluu isa bayiisaaf barbaadu jalaa achi baqata; eennulle adoo kolbaa duratti qara itti hin muramin hin ijjeefamu.