Joshua 21:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Yuda ta gaareeni keesa, dira Arba (Arbaani abba Anaki), ka amma Hebroni jed'anifi lafa d'aatu ta hori iti tissani kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii Qiriyaati'arbaaq jedhamtu ta lafa gaara Yihuuda'aa hulee horii itti bobbaafatan godhanii kennaniif; isiin Keebroon jedhamti. Arbaaqiin kun abbaa Eenaaqiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa biyya koobittii kiriiyat-Arbaa ka «Kebroon» jedhamu, lafa tikaa ta adaala san jirtu woliin kennaneef.