Joshua 21:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo oobru dira sunitifi ollowaani isaa yayu qara Kalebu, ilma Yefuneti d'aala kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonna qachatti'iitii fi gandoota garuu lafa Kaaleebii ka ilma Yoofoonii godhanii kennaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee fichaan qachoota gugurda'aatii fi qachoota adaala sanii Kaalebii ilma Yofune'eetiif akka lafa isaatitti kennamaneef.