Joshua 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Artiti Shilo lafa Kanaani keesati waan jetteeni, AABBO Waaqi Musani waan jed'e worra kana dirafi lafa d'aatu ta horiini worra tikhatule kennifi jed'e, jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seeloo biyya Kana'aaniititti «Rabbi qachoota keessa jiraannu, lafa horii itti bobbaafannu akka nuu kennitan Muusee ajajeera» jedhanii isaanitti dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana'aan keessa qachaa Shiilo'ootitti isaaniin, «Qachooti keessa leenuu fi adaala sanitti lafa horii keenna itti tiffannulle akka nu'uuf kennamanu Waaqi karaa Muuse'eetiin ajajeera» jedhane.