Joshua 21:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kaani ka gosa Lawi, ka balbala Kohathi, lafa Efraimu keesa dira kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Leewwotaa ka hafan ijoollee Qa'aatiitiifillee qachoonni hixa'aan isaanii kenname lafa gosa Efreemii keessaa isaanii kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatii gosa Lewwootaa fira Qehaatotaa worra hafeef, qachooti gugurdaan gariin lafa Efreemii keessaa kennameef.