Joshua 21:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra balbala Kohathi, ka gosa Lawi dira kana kennanifi. Ilmaani qaallicha Haruni dira kud'ani sadi lafa Yudatifi Simeonifi Benjamini keesa kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Qa'aatiitiifillee hixaan hin bayeef. Leewwota keessaa worra gadoota turan ijoollee Aaroonii, Gosa Yihuuda'aa keessaa, gosa Simoonii keessaa fi gosa Biiniyaamiitiif qachoonni kudha sadihii hixa'aan ka isaanii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hixaan matoomaa maatii Qehaatotaatiif bu'e. Gosa Lewwi'ii keessaa sanyii hayyicha Aaroniitiif qachoota kudhanii sad lafa gosa Yihuda'aa, gosa Shimi'ooniitii fi gosa Beniyaamii keessaa kennameef.