Joshua 21:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba balbala Merari dira kud'ani lama kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni ijoollee Meeraarii worra Leewwotaa irraa hafanii akka gosa isaaniitiin ka hixa'aan fudhatan qachoota kudha lamaan kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre firri Meraarii gosa Lewwoota worra hafeef, wolumatti qachoota gugurdaa kudhanii lama kennane.