Joshua 21:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi akuma ababoota worrati kakhate, lafa suni ch'ufa keesa nagaya kenne. Nyaapi worra tokoleeni taka worra dura inejine; wonti akanatiifi AABBO Waaqati nyaapa worra ch'ufa harka worrati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi abboota isaaniitii kennu'uuf kakate waan naannoo isaanii jiru maraa irraa hara isaan baafachiise; diina isaanii keessaa namni isaan mooyatu hin argamne; Rabbi diintota isaanii maraa harka isaanii jala galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akkuma abbootii isaaniitiif waadaa galetti lafa isaanii duudii keessatti nageya isaanii kenne. Diinota isaanii duudii irratti Waaqi injifachaa waan kenneef, diinota isaanii mara keessaa tokkolle isaan dura dhaabbatuu hin dandeenne.