Joshua 21:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worra Kohathi kaani d'ibii dira kud'ani lafa Efraimutifi Danifi lafa gosa Manase ka ila adu keesa, kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hafe ijoollee Qa'aatiitiifillee gosa Efreemii keessaa, gosa Daanii keessaa fi gosa Minaase'eetii wodhakkaan qachoota kudhanii hixa'aan ka isaanii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fira Qehaatotaa worra hafeef qachoota lafa gosa Efreemii keessaa, gosa Daanii keessaa, gamisa gosa Minaase'ee gara aduun seentuu keessalle'ee qachooti kudhan kennameef.