Joshua 21:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri lafa Yudatifi Simeoni keesa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa ijoollee Yihuuda'aatii fi gosa ijoollee Simoonii keessaa qachoota maqaa isaaniitiin waamaman kanniin isaanii kennan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa gosa Yihuda'aatii fi Shimi'oon keessaa qachoota maqaan isaanii asii gad jiru kennaneef.