Joshua 22:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qonqoni gara d'ibii worra Israeliti d'ufte waan jette, Me d'agaya! Worri Reubenitifi ka Gaditifi ka Manase ka ilaboru yayu Gelilothi Yordani gama kaaniti fulla Waaqaa sorio iti baasani jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Israa'eliitiifillee, daangaa lafa Kana'aanii Yoordaanosiin bira jirtuu, hulee ijoolleen Israa'elii jirtu, ijoolleen Roobeeliitii fi ijoolleen Gaadii wodhakkaan gosa Minaase'eellee hulee ciinca'aa hojjataniiran oduun jedhu isaan gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii worri hafe, akka gosi Ruubenii, gosi Gaadiitii fi gosi Minaase'ee ta gara aduun baatuu, lafa Israa'elootaa Kana'aan keessa lafa laga Yordaanosii biraatitti, addee ciinca'aa akka ijaarane dhage'ane.