Joshua 22:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni gugurdooni, nami kud'ani, gosa ila adu keesaa toko tokooni, ammalle ta isiini ch'ufti namu balbalafi worraleti mataa, Finehasi woliini yaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isa woliinillee bulchoota kudhantu ture; gosa Israa'elii maraa keessaa fi mana isaanii shikita keessaa martinuu mana abbaa ufiitiif bulchaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fiinehaas woliin namoota gugurdaa kudhan ergane; tokko tokkoon isaaniituu gosa gara aduun seentu keessaa, maatii fira ifii keessatti sooreyyi'i.