Joshua 22:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Gileadi, fulla worri Reubenitifi ka Gaditifi ka Manase ka ilaboru jiruni d'ufani waan jed'aniini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin martinuu gara ijoollee Roobeelii, ijoollee Gaadiitii fi wodhakkaan gosa Minaase'eellee biyya Gala'aadiititti isaanitti dhufanii akkana isaaniin jedhan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille gara lafa Giil'aadii kolbaa gosa Ruubenii, gosa Gaadiitii fi gosa Minaase'ee ta gara aduun baatuu dhaqanee isaaniin,