Joshua 22:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gumiini AABBO Waaqa waan jettu, isani maafi waan hamtu kana Waaqa Israeliti tolchitani? Waan isani fulla sorio Waaqaa baasani jaartanifi ya AABBO Waaqa diddani, isani ya gargaltani AABBO Waaqa gula yau diddani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri banii Rabbiiti jettan maruu cubbuun isin Rabbii Waaqa Israa'elii irratti hojjatan kun maali'i? isin amma Rabbitti buluu dhiiftaniirtan; adha hulee ciinca'aa hojjatuu keessaniin Rabbitti kaataniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan Waaqaa duudiin gara keessan nu erganee, ‹Isin maaf Waaqa Israa'elii irratti waan hantuu tana gootane? Addee ciinca'aa tana ifiif ijaaratiisaan Waaqa finqiltaneertan; isa irralle'ee fagaattaneertan.