Joshua 22:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daba keenna ka nu lafa Peoriti tolchine, gaafa AABBO Waaqi d'ukubaani nu balleese inqaabatani? Nu ammalle ufiftu waan sunifi gaargalu jira, dabi sunini nuu ingeenne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun nu'u faagooritti hojjanne diqqa'aa? Kun banii Rabbii irratti balaa buuse; isin adha Rabbiin woliin jiraachuu irraa duubatti deebitanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuun Phe'oritti teete nu hin geettuu? Kolbaa Waaqaa irratti balaan bu'ulle, nuuti haga adhaalle cubbuu san irraa adoo hin qulqulloomin jirra.