Joshua 22:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma duuba yo lafti teesani qulqullo intahini lafa Kanaaniti fulla Waaroni isaa ejituti taaka, nuti koota, gama keennati lafa fud'ad'a. Ammo AABBO Waaqa indidina, yokhaani fulla sorio Waaqa iti baasani teenna tana male ta d'ibi jaaratani, nama Waaqa didu nu intolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo biyyi isin qabattan ta battoofte taate, gara hulee Rabbiin waaqeffachu'uuf itti namaa toluu san fudhadhaa malee hulee itti Waaqeffattan ufiif hojjatatu'uun Rabbii fi nu afo'otti cubbuu hin hojjatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti teessan ta battootte yoo teete, addee dunkaaniin isaa jirtu gara lafa Waaqaa kowa'aa lafa nu woliin qoodama'a; ammoo addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa biratti ta dhibii ijaarratiisaan Mootii Waan Maraa yookiin nu hin fiqiliina'a.