Joshua 22:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Akaniini ilmi Zera seera waan balleesu malani ch'abse ammalle gumi Israeli ch'ufa waan suni jed'ani gaargalchani inqaabatani? Nami gaafasi maro daba isaatiifi due isa ch'allaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Zaara'aa Akaan waan Rabbi dhoogge fudhatee banii Israa'elii irratti akka Rabbi balaa buusu hin goonee? Cubbuun sun garuu isa callaa hin ajjeefne› » isaan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akaan ilmi Zaara'aa waan Mootii Waan Maraatiif murteeffame fudhatiisaan attam ajajamuu akka dide qaabadha'a; kolbaan Israa'elii duudiin saniif adabante. Nami sababa cubbuu ifiitiif du'e Akaan qofaa moti› jedhan» jedhane.