Joshua 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nu AABBO Waaqa dinne, fulla sorio gubani yokhaani ta mid'aanifi ta wold'ageeti ta Waaqa baasani jaarre, ha innumani nu balleesuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo nu'u Rabbitti buluu dhiifnee ciincaa ciincawu, ciincaa midhaaniitii fi ciincaa fayyinnaaf dhiyaatuuf jennee hulee ciinca'aa hojjanneerra ta'e, Rabbi innumti haluu nu haa bawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Waaqaaf ajajamuu dhannee ciincaa yookiin kennaa midhaanii yookiin woreega tokkumma'aa irratti dhikeessiisaaf addee ciinca'aa ka ijaarranneerru yoo te'e, Mootiin Waan Maraatuu nu adabuu ti.