Joshua 22:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyo akananiti! Wonti nu akasi tolchineefi aka taka tana ilmaani teesani, isani AABBO Waaqa Israeli maani iraa qabdani ilmaani teennaani injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u garuu kanaaf kana hin goone; nu'u wonti waan kana gooneef bara dhufu keessatti sanyiin ijoollee teessanii ijoollee teennaan ‹Rabbii Waaqa Israa'elii woliin wolitti dhiyeenna maal qabdan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waawwo'o! Sanyiin teessan hegeri, ‹Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii woliin maan qaddan? Inni nu'uu fi isin kolbaa gosa Ruubeniitii fi Gaadii wodhakka'atti laga Yordaanosii meessaa godheera. Isin Mootii Waan Maraa woliin qooda hin qaddanu› jettee sanyii teenna hin gaafatti fa'a jennee waan sodaanneef tana goone. Sanyiin teessan sanyii teenna akka Waaqa hin waaqonsine dhooggiti.