Joshua 22:25 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni galaana Yordani seera jiddu teennafi isani worra Reubenitifi worra Gadi tolche. Ammalle isani AABBO Waaqa qooda womatu iraa inqabdani. Akasiini hegeri ilmaani teesani ilmaani teenna AABBO Waaqa kad'achu d'owarti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi isin ijoollee Roobeeliitii fi ijoollee Gaadii jidduu keennaa fi keessanitti waan Yoordaanosiin daangaa godheeruuf Rabbiin biratti hiree hin qabdan isiniin jedhan› jennee kana goone; akka kanaan ijoolleen teessan ijoollee teenna akka isaan Rabbiin hin sodaanne godhan.