Joshua 22:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nu ijeesinna, yo nu isa dinne, yokhaani isa lakimne, fulla sorio gubanifi yokhaani ta mid'aanitifi yokhaani waan d'ibi Waaqa baasani ijaare. Nu fulla d'ibi sorio AABBO Waaqa irati baasani iniijaarru, ta Waaro Woyyuma dura ejitu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa ka ciincaan Rabbii itti dhiyaatu ka duraa malee hulee ciincaa itti dhiyeessan ka biraa hojjannee Rabbiin yakkinee yoo jiraanne, wonti akkanaa kun nu'u irraa haa fagaatu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti dhugumaan addee ciinca'aa ta ciincaan, kennaan midhaaniitii fi woreegi irratti dhikeeffamu ijaariisaan Waaqa hin finqille yookiin isa hordofiisa hin lakkinne. Nuuti addee ciinca'aa dhugittii Waaqaa ta dunkaana Woyyittii duraa qofa malee ta dhibii hin ijaarre» jedhane.