Joshua 22:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga arra isani oboleyaani teesani ta Israeli biraa indeemne, ammalle isani dubbi AABBO Waaqa keesani ya aka dansa guutani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara kana maraa isin haga adhaa obbolummaa keessan hin dhiifne; ajaja Rabbii Waaqa keessaniillee eeddaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tana duudii, isin haga adhaatitti Israa'eloota obboleeyyan teessan irraa gargar hin baane. Ajaja Mootii Waan Maraa Ka Waaqa keessanii akka dansaa eegattaneertan.