Joshua 22:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Finehasifi jaaroleeni taani worra gosa Reubenitifi ka Gadile, lafa Gileaditi lakisani biraa deemani, lafa kanaaniti gara worra Israeli galani, dubbi suni ch'ufa iti himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Finihaas ilmi gadicha Alaazariitii fi bulchoonni isaa, ijoollee Roobeeliitii fi ijoollee Gaadii biraa biyya Gala'aadiitii gara ijoollee Israa'elii gara biyya Kana'aanii oduu qabatanii gara isaanii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Fiinehaas ilmi Ele'azaarii hayyichaatii fi sooressitooti kolbaa Ruubeniitii fi Gaadii lafa Giil'aadii keessaa ka'anee gara Kana'aanii deebi'anee, waan te'e Israa'elootatti himane.