Joshua 22:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli dubbi suni quufe Waaqa faarse, deebie aka lafa worri Reubenitifi ka Gadi keesa qubate had'e balleesu maqa ind'oomne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduun isaan qabatanii dhufaniin sun guddisee waan isaan gammachiiseef ijoolleen Israa'elii Rabbiin galatoonfatan; achiin maayessa biyya ijoolleen Roobeeliitii fi ijoolleen Gaadii irra jiraatan woraanaan balleessu'uuf deebi'anii waan isaanii hin dubbanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti waan dhage'ane sanitti gammadanee Waaqa leellisane. Eega san isaan marroo lafa kolbaan Ruubeniitii fi Gaadii keessa qubataneeranu dhaqanee lolanee balleessiisaa hin dubbanne.