Joshua 22:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo akuma inni iti kakhate, AABBO Waaqi keesani yayu oboleyaani teesani ta Israeli nagaya kenneefi. Tanaafi beena lafa isani teenna jettani, ta galaana Yordani ilaboru jirtu ta hojattuuni AABBO Waaqa Musani isanii kenneti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkuma Rabbi Waandhi keessan isaanitti dubbate, obboleewwan keessan hara baafachiiseera; kanaafuu deebi'a'aatii gara mana keessaniitii fi hulee lafa garbichi Rabbii Muuseen isinii kenne ka laga Yoordaanosiin gamaa san dhaqaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, Goottaan Waaqi keessan akkuma waadaa gale Israa'eloota obboleeyyan teessaniif nageya kenneera. Tanaaf gara lafa laga Yordaanosii irraa gara aduun baatuu, ka tajaajilaan Waaqaa Muuseen isiniif kennetti deebi'a'a.