Joshua 22:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera hojattuuni AABBO Waaqa Musani isanii kenne jabeesa guuta: AABBO Waaqa keesani jaalad'a, fed'i isaa tolcha, seera isaa guuta iraa ingorina, garaafi qalbi teesani ch'ufaani isaa hojad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan garbichi Rabbii Muuseen isin ajaje, seeraa fi ajaja isaa maraa akka raawwattan, Rabbii Waaqa keessan akka jaalattan, karaa isaa irra akka deemtan, ajaja isaa akka eeddan, isaaf amanamtoota taatanii onne'ee fi qalbii guutu'uun akka isa waaqeffattaniif guddisa'aa uf eegaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seeraa fi ajaja Muuseen tajaajilaan Waaqaa isiniif kenne ifi eegganna'aan muummessa'a: Waaqa Goottaa keessan jaaladha'a; fedha isaa muummessa'a; ajaja isaa eegadha'a; isaaf addatama'a; gadhaa keessan tokkochaa fi lubbuun teessan takkatti'iin isa tajaajila'a» jedhe.