Joshua 22:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani eebaafi dubbi taanaani worra galche waan jed'eeni, waan horattani kanani worra keesaniti gala: loonifi qarsiifi worqifi sibiila diimafi guraachafi woya heddu argattani. Waan nyaapa keesani iraa boojitani oboleyaani teesaniini gaha. Inni jecha kana buufannaani worri kae gale. Musani yayu gosa Manase ta gariti lafa Yordani ilaboru kenne, ammo gosa Manase taani d'ibi Yoshuani yayu lafa galaana Yordaniti ila adu gosa d'ibi woliini kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Iyyaasuun eebbisee isaan geegesse, isaanillee gara mana ufii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyaasuun isaan eebbisee ifi irraa geegesse; isaanille gara mana ifii galane.