Joshua 22:7 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wodhakkaa gosa Minaase'eetii Muuseen Baasaaniin keessatti lafa isaanii kennee ture; Iyyaasuun garuu worra hafaniif Yoordaanosiin gamatti obboleewwan isaanii jiddu'utti lafa gara dhiyaatiin jirtu isaanii kenne; Iyyaasuun hennaa isaan gara mana isaanii geegessu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen gamisa gosa Minaase'eetiif lafa Baashaanii kenneeraayyu; Iyaasuun ammoo gamisa gosa Minaase'ee worra hafeef obboleeyyan isaanii Israa'eloota woliin lafa laga Yordaanosiitiin gara aduun seentu kenneef. Iyaasuun akka isaan gara manaa galanuuf, yennaa ifi irraa eebbisee geegesse,