Joshua 22:8 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Durummaa gudda'aa fi horii baay'ee, birrii, worqii, sibiila diimaa, sibiila biraatii fi uffata guddisa'aatii fudhadha'aatii gara mana keessanii deebi'aa'a; waan diintota keessan irraa boojitan obboleewwan teessan woliin qoodamaa'a» jedhee isaan eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin karra teessan hedduu, horii hedduu, meetii, worqii, sageettuu, sibiilaa fi woyaa hedduu fudhadha'aatii gara manaa deebi'a'a; waan boojitanelle obboleeyyan teessan woliin qoodama'a» jedheen.