Joshua 23:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi guyya heddu AABBO Waaqi gosa Israeli nyaapa worra ka d'aatu jiru ch'ufa jala baase hafuura baaseefi gaafa suni Yoshuani ya jaare fulla gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara hedduun maayessa akkana ta'e; haga Rabbi Israa'eliin diintota naannoo isaanii jiran maraa irraa isaan hara baafachiiseen maayessa, hennaa Iyyaasuun nama guddaa ta'ee jaaretti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa heddu'uun duuba, Mootiin Waan Maraa diinota adaala jiranu duudii irraa Israa'eloota foorfachiise. Yennaa san Iyaasuun guddoo dulloomeera.