Joshua 23:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi jabaad'a, AABBO Waaqa keesani aka dansa jaalad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin Rabbii Waaqa keessan akka jaalattan guddisa'aa uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, isin jabeessa'aa ifi eeggadha'aatii Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jaaladha'a.