Joshua 23:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani garagaltani gosa isani keesati hafte tanaani wold'at'ani wolfuutani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu yoo duubatti deebitanii worra ormaa ka isin jidduu jiru sanitti siixxanii isaan irraa fuutan, isaanillee yoo isin irraa fuudhan Rabbi Waandhi keessan haga isin biyyattii michuu tana keessaa baddanitti kufaati'ii fi sakaallaa, qilee isin itti kuftan dirra keessaniif akka shabbeena nama madeessuu, ija teessanitti akka qoree nama woraanuu isinitti ta'an malee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo karaa Waaqaa irraa fagaattanee, worra odduu teessanitti hafe woliin makantanee yoo wol fuutane,