Joshua 23:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
beekha AABBO Waaqi keesani itumani deebie gosa tana isani duraa ingussu. Ammo worri hegeri, aka t'urura isani qabe, aka licho dirra isani gube, yokhaani aka qoraati ila isani woraana, haga isani lafa dansa AABBO Waaqa isanii kenne tana iraa d'umattaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan ammaa achi orma kanniin sirima isin afo'oo ari'ee akka hin baafne beekaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan haganaa achi kolbaa tana isin duraa akka hin ariine beeka'a; isaan ammoo haga isin lafa dansaa Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isinii kenne tana irraa isin balleessanutti, akka tiyyo'ootii fi fonxoro'oo, dudda keessaniif akka liche'ee, ila teessaniif akka qore'ee isinitti hin te'an.