Joshua 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma guyyaani kiyya ya gabaabate. Isani ch'ufti garaafi qalbi teesani imbeetani, waan dansa AABBO Waaqi keesani isanii kakhate isanii kenne wonti inni isani kakhate ch'ufti ya guutamte, tokole ta intahini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani amma isin biraa gara garaa lafaa deema'aara isinillee waan Rabbi waan keessan waan mishaa jedhe maraa keessaa tokkollee akka hin hafne lubbuun teessanii fi onneen teessan haa beettuu; wonti isiniin jedhan maruu isinii raawwatameera; sanniin keessaa tokkollee hin hafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma yennaan ani du'u geetteerti; isin keessaa tokko tokkonuu, Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan waan dansaa waadaa gale mara tokkolle adoo hin hafin akka isiniif kenne, gadhaa ifii tokkochaa fi lubbuu ifii takkatti'iin hin beeka.