Joshua 23:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo akuma inni waan dansa ch'ufa ka isanii kakhate guute akasuma AABBO Waaqi waan hamtu isanitini d'ufa, haga lafa dansa inni isanii kenne tana keesaa isani balleesuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan akkuma wonti mishaan inni dubbate maruu isinii ta'e akkasuma biyyattii michuu tana keessaa haga isin balleessutti waan badaa maraa isinitti fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan waan dansaa waadaa isiniif gale akkuma muummesse, akkasuma biyya dansaa isiniif kenne keessaa haga isin balleessutti waan hantuu duudii isinitti hin fida.