Joshua 23:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani wold'aqisa AABBO Waaqi keesani guuta jed'e d'aamate guutu diddani, waaqa d'ibi durati jilbifatani kad'atani AABBO Waaqi isaniti dallana. Duuba isani yoosu lafa dansa tana, ta inni isanii kenne iraa hobaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ajaja Rabbi Waandhi keessan isin ajaje diiddanii waaqolee tolfamaa biraa waaqeffattanii sagaddaniif, yoma san lolli Rabbii isin irratti bu'a; biyya michuu inni isinii kennu irraallee daddaftanii baddan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroo Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan akka isin eegattanu ajaje eegatuu dhaddanee, waaqota dhibii dhaxxanee tajaajiltanee yoo sagaddane, mufiin Waaqaa isin irratti bobeetti; lafa dansaa inni isiniif kenne irralle'ee ariiti'iin baddan» jedhe.