Joshua 23:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan AABBO Waaqi keesani gosa tana ch'ufa maro teesanifi tolche ya agartani, aka inni isanii jed'e worra had'e balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin waan Rabbi Waandhi keessan waan keessanii fi banii ormaa irratti godhe maraa argitaniirtan; Waan keessaniif ka isinii lole Rabbii Waaqa keessan kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan Mootiin Waan Maraa Waaqi sababa keessaniif, gosa biyya adda addaa tana duudi'iif godhe dhaggitaneertan. Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isiniif loleera.