Joshua 23:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani worra isani duraa d'iibe fuula keesani dura gussa. Akuma AABBO Waaqi keesani isanii kakhate, lafa worra d'aaltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan isaan afoo keessanii hunna ufii jaba'aan ari'ee isaan bittinneessa; akkuma Rabbi Waandhi keessan isinitti dubbate lafa isaanii hin dhaaltan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isaan isin duraa ari'ee hin baasa; isin duraa isaan hin fageessa. Isin akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan Waadaa isiniif galetti, lafa isaanii hin fudhattan.