Joshua 23:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan kitaaba Seera Musa keesati t'aafani ch'ufa jabeesa, tolcha, guuta: Diqole mirgaafi bitaa iraa ingorina,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan kitaaba seera Muuse'ee keessatti barreeffame akka eeddanii raawwattan guddisa'aa jabaadhaa'a; kana irraa bita'aa fi mirgaa hin gorinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf waan kitaaba Seera Muuse'ee keessatti barreeffame maraaf ajajamiisaa fi tolchiisa jabaadha'aa eegadha'a. Isaan irralle'ee gara middaatitti yookiin gara bita'aatitti hin gorina'a.