Joshua 23:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla suni AABBO Waaqaani taka taha, akuma isani haga arrale tolchitani kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma haga adhaa godha'aa turtan sanitti gara Rabbii Waaqa keessanii dhiyaadhaa male.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee akkasii akkuma haga ammaa godhaa jirtanu, Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif addatama'a.