Joshua 23:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi AABBO Waaqi ya gosa guddo jabdu, irre qabdu, isani duraa gusse; nami tokoleeni haga arrale ya isani dura ejachu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi orma gugurda'aa fi jajjabaa isin afo'oo ari'ee baaseera; kanaaf haga adhaa eennullee isin hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa gugurdo'oo fi jajjaboo isin duraa ari'eera; haga adhaa nami tokkolle isin dura dhaabbatiisa hin dandeenne.