Joshua 24:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini Balamu ch'aqasu dide, tanaafi inni isani eebise akanaani harka Balaki keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu Bala'aamiin dhagawuu hin feene, inni sirima isin eebbisee harka isaa jalaa isin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo Bala'aamiif hin dhageenne; maarre inni isin eebbise; akka kanaan ani Balaaqi jalaa isin baase.