Joshua 24:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa isani inqotatini yokhaani dira isani injaaratini isanii kenne, amma tana isani lafafi dira suni keesa teetani, mid'aani zabibutifi mid'aani ejersa, ka isani taka inoobrini nyaattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa ufii cirtanii hin baafnee fi qachoota isin hin ijaarre isinii kennee keessa jiraattan; daraaraa muka woyini'iitii fi muka ejersaa ka ufii hin dhaabne ka ufii itti hin xaarre nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani lafa isin ijjuma hin hujinii fi qachaa isin hin ijaarin isiniif kenneera. Amma isin midhaan muka woyni'iitii fi muka ejersaa hin dhaabin irraa nyaataa achi le'aartan› jedha» jedhe.