Joshua 24:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuani ammalle waan jed'eeni, AABBO Waaqa sodaad'a d'ugaafi garaa tokooni isa hojad'a. Waaqoota d'ara ka ababooti teesani duri galaana Frati gammafi lafa Misiri keesati kad'atte d'id'imati d'aa, AABBO Waaqa ch'alla hojad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee isin Rabbiin sodaadhaa'a; Rabbiin dhugamaan onnee teessan guutu'uun waaqeffadhaa'a; waaqolee tolfamaa abbootiin teessan laga gama biyya Misirii keessatti waaqeffatan uf irraa fageessaa'a; Rabbiin waaqeffadhaa malee.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun ammalle kolba'aan, «Mootii Waan Maraa ulfeessa'a; dhuga'aa fi addatamumma'aan isa tajaajila'a; waaqota abbootiin teessan ta durii laga Efraaxiisiitii fi biyya Gibxi'iititti waaqonfatane irraa fagaadha'aatii, Mootii Waan Maraa qofa waaqonfadha'a.