Joshua 24:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani AABBO Waaqa hojachu diddani arra ka hojattani fohad'a, yokhaani waaqoota d'ara ka ababooti teesani duri lafa galaani Frati gama kad'atte, yokhaani waaqoota d'ara ka worra Amori, ka amma isani lafa worra keesa teetani: Ammo anaafi worri kiyya gama keennani AABBO Waaqa hojanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Rabbiin waaqeffachuun waan hamaa isinitti fakkaatee waaqolee tolfamaa abboonni teessan hennaa laga gama jiran yookaan biyya Amoorotaa ka amma keessa jirtan keessatti yoo ka waaqeffatan ta'ellee Rabbii waaqeffachu'uuf taatan adhuma filadhaa'a; anii fi manni kiyya garuu Rabbiin waaqeffanna» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo isin isa waaqonfatiisaaf fedha hin qabaatin ammoo, waaqota abbootiin teessan ta durii laga Efraaxiisiitiin gamatti waaqonfatte yookiin waaqota Amoorotaa ka lafa isin amma keessa le'aartanuu waaqonfatiisaaf murteeffadha'a. Anii fi maatiin tiyya ammoo Mootii Waan Maraa hin waaqonfanna» jedhe.