Joshua 24:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keenna nuufi ababoota teenna tissooma lafa Misiri keesaa nu baase, nuleeni waan mama ka inni tolche ila teennaani argine. Ammalle gaafa nu lafa gosa heddu tana keesa godaanele inni godanna keesa aka heddu nu qorqorate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni nu'uu fi abboota teenna garbummaa biyya Misirii keessaa nu baase, ka nu afo'otti maalalee gugurdaa godhe ka karaa deemne maraa fi orma keessa lufne maraa jiddu'utti nu eege Rabbii keenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna, abbootii teennaa fi nu'u garbummaa biyya Gibxi'ii jalaa baaseera; bilbaasota inni godhelle dhaggineerra; kolbaa biyya adda addaa ta keessa dabarre duudii oddu'utti nageyaan nu eegeera.