Joshua 24:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worra Amori ch'ufa, ka lafa suni keesa taele, AABBO Waaqi nu duraa gusse, tanaafi nuleeni AABBO Waaqa hojanna, inni Waaqa keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin orma lafa irra jiru maraa fi worra Amoorotaa ka biyya san keessa jiru maraa afoo keennaa ari'e Rabbii keenna waan ta'eef isa waaqeffanna»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa Amoorotaa ta lafa san keessa leetu duudii nu duraa ari'e. Inni Waaqa keenna waan te'eef, nuutille isa hin waaqonfanna» jette.